Dargaggoo ummata oromoo biyya somaalee keessaa (oycis) wanni dhaabanneef akka ummata keenna rakkataaf baqataa isaanii gargaarruu akka ilmaan oromoo bishaan yaman keessatti dhumaa jiru fala bar baannuuf akka haga karaa sanii itti deemaa jiru akka askeessaa biyya somaalee keesatti dalagatanii hogummaa ka hinqabne barsiisuu kabeeku dalagaa akka argatu dargaggoo( oysis )eega ijaaramte gargaarsa malee ijoollee haga nama 9 ka isiin hogummaa ada addaa barsiiftee kan dalagataa jiru insha allaah haga dandeennu humnaas horiis beekkumsaas ummata kkeennaf kakannee waan hundaaf cinaa dhaabanna namni orommaa diqoolleen iti dhagahamtu nu cinaa dhaabatee nuwaliin haa gargaarru 
  • mogadishu
  • JoinedMay 3, 2015



Last Message
oromoyouthinsomalia oromoyouthinsomalia May 09, 2015 09:52PM
Oromo youth community in somalia(OYCIS)SPORTS TEAM NAME (OYCIS)wxaa la aas aasay kaaxdaan sanad mudo laga joogo ayadoo ayadoo kubilaabatay hab junyar ah waxa ay marahayaan meel fiican inkastoo aaney...
View all Conversations